Ezekiel 37:1 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Harki AABBO Waaqa na tuqe, lubbuuni isaa na fuute, jiddu bale lafeeni nama guute na d'aabde.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hunni Rabbii na irra dhufe; Hafuurri fuudhee gara dhooqa lafeewwan hedduu itti wolitti qabamanii na fide;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Irreen Mootii Waan Maraa ana irra jirtiiyyu; inni ayyaanaan na fuudhee, dhooqa lafeele'een guutanteertu takka keessa na keye.