Ezekiel 37:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba Waaqi waan nani jed'e, Namicha, worri Israeli akuma lafele tana jira. Worri waan jed'u, Nu yayu gogonne, ufi jibbaanne, waan iti yaanule wollaale.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi akkana naan jedhe, «Ati ilma namaa! baniin Israa'elii akkuma lafee kanniiniiti; isaan ‹lafeen keenna gogeera; abdii kutanneerra; wonti keenna dhumateera› jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba inni anaan, «Ee ilma namaa! Lafeeleen tun kolbaa Israa'elii duudi'i. Kunoo, isaan, ‹Lafeeleen teenna goggoddeerti; addii kutanneerra; nuuti ijjumaa banneerra› jedhan.