Ezekiel 37:12 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi fagi, waan atini worra kiyya ka Israelitini jettu, Anini, AABBO Waaqi guddaani, awaala keesani bane reefa keesani keesaa fuud'e, lafa Israeliti isani deebisa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu ati banii kiyya banii Israa'eliititti raaga dubbadhu; Ani Rabbiin maraa olii awwaala isaanii banee achi keessaa isaan baasee akka gara biyya isaanii isaan deebisu isaanitti himi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf, raaga dubbadhuutii, isaaniin, ‹Goottaan Mootiin Waan Maraa: Ee kolbaa tiyya, kunoo, ani awwaala keessan banee, awwaala keessan keessaa isin hin baasa. Ani gara lafa Israa'elii deebisee isin hin fida.