Ezekiel 37:14 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini hafuura kiyya isani keesa kaye lubbu isaniti deebise lafa teesani keesa isani teesisa. Duuba akasiini aka dubbi tana AABBO Waaqi jed'e ammalle guute beetani. Nami dubbi tana jed'e, ana, AABBO Waaqa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani Hafuura kiyya isaan keessa kaaya; akka lubbu'uun jiraatan isaan taasisa; lafa ufii irra akka nagayaan jiraatan isaan taasisa; achiin maayessa isaan ka waan kana dubbatee fi ka waan kana raawwate akka ana Rabbiin ta'e beekan; ka waan kana dubbate ana Rabbi.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani ayyaana kiyya isin keessa hin keya; isinille lubbu'uun hin jiraatan; lafa teessanitti isin hin galcha. Achiin duuba akka ani Mootii Waan Maraa te'e hin beettan. Ani dubbadheera; waan dubbadhe hin godhalle'e jedha› jedhi» jedhe.