Ezekiel 37:17 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ule suni lachu mata wolti d'aabi, ule toko fakeesi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa ulee lachuu harka keetiin wolitti qabii akka isaan tokko ta'an wolitti maxxansii qabadhu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Uleen lamaan sun harka keeti keessatti tokko akka te'anu wolitti qassiisi.