Ezekiel 37:19 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
waan jettuuni wonti AABBO Waaqi guddaani jed'u tana: Anini ule Yudatifi ta Israeli fuud'e, ule tana lamaani ule takaa tolche, isiini harka kiyya keesati takaa taati.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbiin maraa olii akkana jedha jedhii isaanitti himi; ulee Yooseefii ka harka Efreemii jiru, ulee Israa'elii ka isaaniin wolii gale tokko fuudhee tokko akka ta'an ulee Yihuuda'aatiin wolitti maxxansee harka kiyyaan tokko ta'an.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
ati isaaniin, ‹Goottaan Mootiin Waan Maraa: Kunoo ani ulee Yoseefii ta harka Efreemii keessa jirtuu fi ulee gosa Israa'elii ta worra isa woliin wolii galanuu fuudhee, akka isaan harka kiyya keessatti tokko te'anu, ulee Yihuda'aa woliin wolitti isaan qassiisa jedha› jedhi.