Ezekiel 37:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni bale suni ch'ufa keesani na deeme, jennaani anini lafele gogodde heddu ta achiti turte bale suni keesati arge.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achi keessa na naannessee lafeewwan hedduu natti mudhise; achi keessa lafeewwan heddutu jira.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni adaala lafeelee sanii asii fi achi na ideensise. Kunoo, dhooqa san keessa lafeelee guddoo baca'atti jiraayyu; lafeeleen sun akka malee goggoganeeran.