Ezekiel 37:21 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan jettuuni, wonti AABBO Waaqi guddaani jed'u tana. Anini nama kiyya ka gosa d'ibi keesa jiru keesaa fuud'e wolti deebise lafa isaaniti galcha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani Rabbiin maraa olii banii kiyya ka hulee gara garaatitti bittinnaaye banii maraa keessaa wolitti isaan qabee ka gara lafa isaanii isaan deebisu akka ana ta'e isaanitti himi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
isaaniin, ‹Goottaan Mootiin Waan Maraa: Kunoo, ani kolbaa Israa'elii gara maraa gosa biyya adda addaa oddu'uu wolitti isaan qabee, gara lafa isaanii isaan hin fida.