Ezekiel 37:22 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini gaareeni Israeli irati worra ch'ufa nama takaa ka lafa toko, tolcha. Duuba hayyuuni toko worra fide, worri deebie gosa lama ta hayyooti lama fiddu intahu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Biyya Israa'eliitii fi gaarran isi'ii irratti mootummaa tokko akka ta'an isaan godha; isaan maruu mootii isaan bulchu tokko qabaatan; lammata banii lama hin ta'an; mootummaan isaaniillee bakka lamatti hin qoodamu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Lafa irratti, gaara Israa'elii gubba'atti kolbaa takkattii isaan hin godha. Isaan mara irratti mootiin tokkochi hin mootoma; isaan haganaa achi gosa biyya adda addaa lama hin te'anu; mootummaa lama te'anee ijjuma gargar hin qoodamanu.