Ezekiel 37:25 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri lafa anini hojattu tiyya Yakobo kenne, ta ababooti worraa keesa teete, keesa tae, worraafi ilmaani worraatifi d'alooti worraa ch'ufti haga jiru jireenna achuma taa. Ammalle hayyu hojattu tiyya Daudi fakaatuti haga jiru jireenna worra mohata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan lafa ani Yaaqoobii tajaajilaa kiyyaa kennee fi ta abboonni isaanii ta durii irra jiraatan irra jiraatan; ijoolleenii fi fiixaan isaanii maruu uduu hin hafne baraa haga baraa lafa san irra jiraatan; mootiin akka Daawitii tajaajilaa kiyyaa baraa haga bara baraa isaan irratti mooya.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan lafa ani garbicha kiyya Yaaqoobiif kenne, addee abbootiin teessan duri keessa leete keessa hin le'an. Isaanii fi ijoolleen isaanii, ijoolleen ijoollee isaaniille haga bara baraa achi hin le'an; garbichi kiyya Daawiti haga bara baraa bulchaa isaanii hin te'a.