Ezekiel 37:26 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini wold'aqisa nagaya, ka haga jiru jireenna jiru, worraani woliini tolfad'a. Anini worra jabeese, daraarse deebanse, Mana kiyya ka haga jiru jireenna tau lafa worra keesati jaarad'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani isaan woliin waadaa nagayaa gala; waadaan sun waadaa baraa haga bara baraati; Ani deebi'ee isaan ijaaree laakkobsa banii isaanii baay'isa; mana kiyya woyyuu ka baraa haga bara baraa jabaatee dhaabatu lafa isaanii keessatti ijaara.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani gondooroo nageyaa isaan woliin hin godhadha. Gondooroon sun gondooroo bara baraa hin teeti. Ani lafa isaanii keessatti isaan jabeessee hin dhaba; isaan hin baceessa; Galma kiyya haga bara baraa odduu isaaniititti hin dhaaba.