Ezekiel 37:28 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojja anini Mana kiyya ka haga jiru jireenna tau jiddu worrati jaarad'e, gochiti ch'ufti aka anini, AABBO Waaqi, gosa Israeli fohad'e gumi tiyya tolche beeti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa ani manni kiyya woyyuun baraa haga bara baraa isaan keessa akka jiraatu godhe baniin Israa'elii anaa fi banii fooyame akka ta'e worri Yihuudii hin taane hin beekan.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba yennaa ani Galma kiyya haga bara baraa odduu isaaniititti dhaabe ka Israa'el woyyoonsu, ana Mootii Waan Maraa akka te'e gosi biyya adda addaa hin beekan jedha› jedhiin» jedhe.