Ezekiel 37:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni waan nani jed'e, Namicha, lafeleeni tunini deebite jiraate nama intaati? Anini waan jed'eeni, Ee AABBO Waaqa gudda, tana sumati beekha!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni akkana naan jedhe, «Ilma namaa! lafeewwan kunniin waan deebi'anii lubbu'uun jiraatan sitti fakkaataa?» Anillee akkana jedheen, «Rabbii maraa olii! ka waan kana beeku sima»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni, «Ee ilma namaa! Lafeeleen tun deebitee lubbu'uun jiraatuu hin dandeettii?» anaan jedhe. Anille deebisee, «Ee Goottaa Mootii Waan Maraa, tana si qofattuu beeka» jedheen.