Ezekiel 37:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti AABBO Waaqi guddaani lafele tanaani jed'u tana: Lafele tana, Anini hafuura isaniti deebise isani jireesa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan Ani Rabbiin maraa olii jedhu maraa akkana jedhii isaanitti himi; Ani hafuura isin keessa kaaya; akka deebitanii lubbu'uun jiraattan isin taasisa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Goottaan Mootiin Waan Maraa, lafeelee tanaan: Kunoo, ani hafuura isinitti hin galcha; isin lubbu'uun hin jiraattan.