Ezekiel 37:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini morgaafi fooni isaniti deebise goga isaniti uyisa. Anini hafuura isani keesa kaye lubbu isaniti deebisa. Duuba akanaani aka anini AABBO Waaqa beetani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ribu'uu fi foon isinii kennee gogaa isinitti uwwisa; hafuura isin keessa kaayee akka isin deebitanii lubbu'uun jiraattan isin taasisa; hennaa san akka ani Rabbiin ta'e beettan.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani ribuu isin irra keyee, foon isinitti lachisiisee, gogaalle isinitti hin uffisa; hafuura isin keessa keyee, lubbu'uun akka jiraattanu isin hin godha; yennaa san akka ani Mootii Waan Maraa te'e hin beettan› jedhiin» jedhe.