Ezekiel 37:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
jennaani yo anini jed'e, lafeleeni taani foonifi morgaa baafte gogale horate. Ammo hafuuri keesa injiru.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Uduma ani isaan laalu lafeewwan sunniin ribuu, foonii fi gogaa uffatan; ufii ammo hafuura hin qaban ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Anille isaan ilaale; kunoo, ribuun isaan irra jirtiiyyu; foonille isaan irratti latee, gogaalle uffataneeraniiyyu. Hafuurri ammoo isaan keessa hin jiru.