Ezekiel 38:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
waan jettu, Anini lafa nagaya ta nami isii dagu jiru, ka diri worraleeni naabofi fullo inqamne, had'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ati akkana jetta ani gara gandiin dallawa hin qabnee baya; worra dallawaa fi balbala loosaa hin qabne keessa nagayaanii jiraatan irratti balaa buusa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
ati: Ani lafa ollaa dalleya hin qannetti hin duula. Kolbaa dalleya, danqara'aa fi karra malee cadhittee nageyaan leetu mara hin lola;