Ezekiel 38:12 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini worra duri boojiani lafa heddu geesani amma wolti deebisani dira isaani ka duri bade ona tae keesati galu, ka hori qeench'atifi waan heddu d'ibi qabu, ka jiddu lafa keesa tau, had'e saama jetta.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namoonni banii gara garaa keessaa deebi'an handhuura lafaa irra jiraatan; isaan hori'ii fi meeshaa qaban lafti duraan ona taate amma ta namni irra jiraatu taate yaanni kiyya waan isaanii booji'u'uuf i fudhachuu, akkasuma isaan irratti balaa buusu'u.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
lafa ontee amma nami deebi'ee irra le'u tana irratti harka kiyya diriirsee, worra gosa biyya adda addaa keessaa wolitti qabame, worra horii baca'aa fi meya hedduu qabu, ka handhura biyya lafaa irra le'u hin booji'a; hin saamalle'e jetta.