Ezekiel 38:15 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
duula muumme inqamne ka farda qabu, gosa ch'ufa keesaa baafte lafa tante ta fago ta mirgaati d'uftani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hulee fagoo gara kaabaa ka ufii jiraattu keessaa loltoota jajjabaa farda yaabbatanii lolan banii keessaa filattee dhufta.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ati lafa kaabaa fagoo irraa gosa biyya adda addaa hedduu, kolbaa bacaa, loltoota jajjadduu woliin isaan martinuu fardoo irra tee'anee, isaan woliin hin dhutta.