Ezekiel 38:17 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami anini duri, gaafa hojattu tiyya raagoota Israelitini dubbad'e,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbiin maraa olii akkana jedha, «Ati gara banii kiyya Israa'elii dhaxxu raattonni tiyya ta durii ta na tajaajilan bara durii deddeebi'a'aa raaga dubbataniiran» jedha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Goottaan Mootiin Waan Maraa, ‹Ati ka ani bara durii karaa garboota tiyya raagota Israa'eliitiin marroo isaa dubbadhe sanii motii? Ani bara san akka isaan irratti si fidu isaan bara dheeraa raaganeeran› jedha.