Ezekiel 38:18 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Takaa tana nama Israeli had'uni d'ufa jed'e waan isaa hime kaani si. Nami dubbi tana jed'e ana, AABBO Waaqa gudda.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbiin maraa olii akkana jedha, «Hennaa Googi biyya Israa'elii qabatu ani guddisee aara;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ammalle Goottaan Mootiin Waan Maraa, ‹Yennaa Googi lafa Israa'elii lolu, guyyaa san aariin tiyya jadduun hin kaati.