Ezekiel 38:19 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini owa dallansu tiyya keesa inkakhad'a aka guyya suni lafti Israeli ch'ufti guddo chochootu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa san akka biyya Israa'eliititti lafti sochootu hinaaffa'aa fi aarii kiyya gudda'aan labsa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Guyyaa san lafa Israa'elii irratti tacho'iis lafaa guddaan akka te'u, ani hinaaffa'aan, aarii tiyya ta bobeettulle'een lallabeera.