Ezekiel 38:23 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Kara kanaani aka anini guddinnaafi qulqullooma qabu gosa ch'ufa garsiisa. Duuba akanaani gochiti ch'ufti aka anini AABBO Waaqa beeti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkaataa kanaan ani guddinnaa fi woyyummaa kiyya mudhisa; achiin maayessa isaan akka ani Rabbiin ta'e beekan.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre ani guddinna kiyyaa fi woyyummaa tiyya hin mudhisa; gosa biyya adda addaa duratti ifi hin beessisa; achiin duuba isaan akka ani Mootii Waan Maraa te'e hin beekan› jedha.