Ezekiel 38:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami lafa Ajemitifi ka Kushitifi ka Putuleni, ka wonteefi kofia sibiilale qabu ch'ufti worra woliini jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri biyya Faarisii, worri biyya Itoophiya'aatii fi namoonni Liibiya'aa dhufan maruu wontee qabatanii meeshaa woraanaa ka mata'aatti godhatan godhatanii isaan wolii galanii isa woliin hiriiran.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri Faaresii, worri Itoophiya'aa isaan woliin jiran; isaan martinuu wonte'ee fi gullee sibiilaa keyataneeran.