Ezekiel 38:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuli lafa Gomeritifi ka Beth-Togarma ka mirga d'ufefi nami gosa d'ibi keesaa d'ufeleeni si woliini jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Goomeer loltoota ufii woliin, duultonni Beetitoogaari'aa ka biyya fagoo gara kaabaallee isa woliin jiran; akkasuma namoonni hedduu ka biyya gara garaatii dhufaniillee isa woliin hiriiraniiran.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gomerii fi loltooti isaa mara, Bet-Togaarmaa kaaba fago'oo irraa loltoota isaa mara woliin, kolbaa hedduulle si woliin hin baasa.