Ezekiel 38:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eegi ganna heddu anini si yaame duuba atini gosa qara lafa isaani keesaa baasani, ta lafa hedduti gargari firfirfamte, ammo amma wolti deebite nagayaani lafa keesa teetu, haata. Atini gaareeni Israeli ta qara badde danqara taate ta amma nami iti deebie nagayaani keesa tau, haata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Wonti inni qophaayuu isa barbaachisuuf akka inni biyya Israa'elii ta dur irraa barbadoofte akka qabatu waan isa ajajuuf; biyyi tun dur irraa jalqabdee ona taatee turte; baaniin isi'ii biyyoota duraan jiraata'aa turan keessaa deebi'aniiran; amma baniin Israa'elii gaarran biyya ufii jiran irra nagayaan jiraatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Bara heddu'uun duuba ati lolaaf hin waamanta. Lafa bara baca'aan duuba lolli irraa cite, ta kolbaan isi'ii gosa biyya adda addaa hedduu keessaa gaarota Israa'elii irratti wolitti qabante, ta yennaa hedduu ontee turte, ta isaan martinuu amma nageyaan keessa le'anu san irratti hin kaata.