Ezekiel 38:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Siifi duula kanke ch'ufafi gochiti hedduuni ta goli teetileeni d'uftani, aka bubbe lafa suni d'ooftani aka hurri d'ossitani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inninii fi duultonni isaa, akkasuma baniin hedduu ka isa woliin jiran akka dambalii galaanaatitti dhufan; akka duumessaatitti lafa irra gara galan» jedhee natti dubbate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Atii fi loltooti keeti marti, gosi biyya adda addaa bacaan ta si woliin jirtu akka bubbee bokkeyaa hin baatan; akka duumensaa lafa hin gollitan jedha› jedhi.