Ezekiel 39:1 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi waan jed'u, Namicha, hayyu gudda lafa Meshekitifi ka Tubali, ka Gogu jed'ani, abaari waan jettuuni, Anini yayu siti nyaape, jed'iini.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbiin maraa olii akkana jedhe, «Ati ilma namaa! Googii banii Tuubaaliitii fi Meesheekii bulchutti raaga dubbadhu; akka ani isatti ka'e itti himi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ee ilma namaa! Googi irratti raaga dubbadhuutii, ‹Goottaan Mootiin Waan Maraa: Ee, Googii qondaala guddicha kolbaa Meshekiitii fi Tubaalii, kunoo, ani si irratti ka'eera.