Ezekiel 39:13 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami lafa suni keesa jiru ch'ufti wolti bahe worra kana awaala. Duuba guyya dabsacha tiyya worri sunileeni gurra argata. Nami waan kana jed'e ana, AABBO Waaqa gudda.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri lafa san irra jiraatan maruu isaan gargaaranii reeffa sanniin awwaalan; guyyaa ulfinni kiyya mudhatu isaanillee hin ulfaatan; ani Rabbiin maraa olii waan kana dubbadheera.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kolbaan lafa sanii marti isaan hin awwaalan; guyyaan ani ulfinna kiyya mudhisu sun isaaniif gurra hin te'a jedha Goottaan Mootiin Waan Maraa.