Ezekiel 39:14 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eegi jii torbaani kaani hobaele, nama tolchani, lafa suni ch'ufa keesa ergani, goblola hafe fa barbaada lafa qulqulleesa jed'aniini,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Reeffi ji'a torbaan maayessa lafatti hafe yoo jiraate namoota hulee gara garaa deema'aa reeffa soqa'aa awwaala'aa lafa qulqulleessan ramadan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan namoota lafa qulqulleessiisaaf, yennaa mara lafa keessa deddeemanee worra lafa irratti du'ee hafeeru awwaalu hin filatan. Isaan dhuma ji'a torbaatitti reeffa hafeeru barbaadan.