Ezekiel 39:15 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri ato oli gadi maru yo lafe namaa argu, akheekha woi d'aatu lafe suni kaye, aka yo worri nama awaalu kaani d'ufu arge fuud'e Bale Duula Gogu jed'ani taani keesati awaalu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa biyyattii keessa naannayan lafee nama du'ee yoo argan cinaacha isaatitti malkata godhanii bira lufan; worri boolla awwaalaa qotan dhufanii dhooqa Googi Haamoonii keessatti awwaalan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan yennaa lafa keessa deddeemanu lafee namaa yennaa lafatti dhaggane, haga worri awwaalu dhufee dhooqa Hamoon-Googii keessatti awwaalutti beessisa itti hin godhan.