Ezekiel 39:16 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
(D'aatu suni dira maqa duula suni iti baasaniti jira.) Duuba akanaani lafti qulqulloofti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkaataa kanaan lafattiin deebitee qulqulloofti; naannaya isaanii qachaa Haamoon jedhamtutu jira» jedha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan akka kanaan lafa hin qulqulleessan; maqaan qachaa addee san jiruulle: Hamoonaa hin jedhama jedha› jedhi.