Ezekiel 39:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini kara d'ibi si qajeelche, fago lafa mirgaati siini d'ufe gaara Israelitini si baasa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani gara inni deemu jijjirsisee gara biyya kaabaa fago'oo gara gaarran Israa'elii akka duulu isa taasisa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani gara duubaa si deebisee, gara duraa si oofee, kaaba fago'oo irraa si fidee, gaarota Israa'elii irratti akka ati duultu si hin godha.