Ezekiel 39:21 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi waan jed'e, Anini gosa ch'ufa guddinna kiyyafi humna tiyya, ta waan d'ugaatifi ta qajeelumatini tolchu, garsiisa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi ammallee akkana jedhe, «Ani banii keessatti ulfinna kiyya mudhisa; baniin maruu hunnaa fi murtii kiyya ka isaanitti murteessee isaan adabeen hin argan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ani ulfinna kiyya gosa biyya adda addaa oddu'utti hin mudhisa; gosi biyya adda addaa marti muraa ani isaanitti muree fi adabbii ani isaan adabe hin dhaggiti.