Ezekiel 39:22 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba worri Israeli arti achi, aka anini AABBO, Waaqa isaani beekha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri Israa'elii hennaa san irraa jalqabee akka ani Rabbii Waaqa isaanii ta'e beekan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Guyyaa saniin jalqabanee kolbaan Israa'elii akka ani Mootii Waan Maraa te'e hin beekan.