Ezekiel 39:23 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle gochiti d'ibileeni, aka worri Israeli maro ch'ubbu worri nati hojateefi boojiani, beeti. Anini worra iraa garagale, harka nyaapa worraa, ka woraanaani worra fit'eti kenna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri Israa'elii booji'amanii ka fudhataman sababaa na yakkaniif akka ta'e baniin maruu hin beekan; Ani waan lash isaanitti jedheef diintonni isaanii lolaan isaan mooyatanii isaan maraa ajjeesaniiran.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gosi biyya adda addaa kolbaan Israa'elii sababa yakkaa ifiitiif akka booji'ante hin beekan; isaan waan naaf addatamiisa dhabaneef, ani fuula kiyya isaan duraa dhoffadhee, nyaapha isaaniititti dabarsee isaan kennee, isaan marti shallaaga'aan ijjeefamane.