Ezekiel 39:24 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini maro ch'ubbu worraatifi t'uri hamtu worri tolche jed'e, waan worraa male kenneefi dudda iti gale.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani akka battumma'aa fi yakka isaanii isaan irratti raawwadhe isaan hin gargaarrelle'e» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani akkuma battummaa isaaniitii fi yakkaa isaanii isaaniif godhee, fuula kiyyalle isaan duraa dhoffadhe.