Ezekiel 39:25 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi guddaani waan jed'e, Ammo amma tana anini d'aloota Yakobo, ka gumi Israeliti nahe worra horsiise deebanse, maqa kiyya qulqulloole jabeesa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbiin maraa olii akkana jedhe, «Ani amma banii Israa'elii worra ijoollee Yaaqoobii ta'anii hin araarama; deebisee isaan duroomsa; Ani akka maqaan kiyya hin arrabfamne hin dhoogga.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Tanaaf, Goottaan Mootiin Waan Maraa, ‹Ani amma sanyii Yaaqoobii, kolbaa Israa'eliitiif hin marara; deebisee isaan hin qananoonsa; maqaan kiyya woyyichi akka hin arraffanne hin tolcha.