Ezekiel 39:26 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojja worri nagayaani worra ufi keesa tau, ka nami tokoleeni worra imudamsimne, worri aka gaafa duri nati garagale kaani ch'eera irati hafe, inded'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa isaan biyya ufii keessa uduu womaa isaan hin sodaachifne jiraata'aa turan hujii badaa nama saalfachiisu hojjachu'uuf anatti amanuu dhabuu ufii hin irraanfatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan biyya ifii keessa nami tokkolle adoo isaan hin sodaachisin lafa ifii keessa nageyaan yennaa le'anu, salphinna ifiitii fi naaf addatamiisa dhabiisa ifii mara hin dedhan.