Ezekiel 39:27 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini gumi tiyya ta boojiani lafa heddu geesani galche, akasiini gosa heddu aka anini qulqullo garsiisa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani hennaa isaan banii maraa keessaa wolitti isaan qabuu fi biyyoota diintota isaanii keessaa uduu baniin hedduu argu hennaa wolitti isaan qabu ani karaa isaaniitiin woyyummaa kiyya mudhisa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani gosa biyya adda addaa keessaa deebisee yennaa isaan fidu, biyya diina isaanii keessaa yennaa isaan wolitti qabu, ila gosa biyya adda addaa hedduu duratti karaa isaaniitiin woyyummaa tiyya hin mudhisa.