Ezekiel 39:29 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini lubbu tiyya worra Israeliti erga, armaa achi deebie dudda iti ingalu. Nami dubbi tana jed'e ana, AABBO Waaqa gudda.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani Hafuura kiyya banii Israa'elii irratti buusa; lammata lash isaanitti hin jedhu» jedhe dubbate Rabbii maraa oliiti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani ayyaana kiyya kolbaa Israa'elii irratti hin dhangalaasa; ani haganaa achi fuula kiyya isaan irraa hin deebifadhu› jedha Goottaan Mootiin Waan Maraa» jedhe.