Ezekiel 39:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Siifi duula keetifi golini teetileeni ch'ufti gaareeni Israeli irati hobaatani, reefa keesani allaatiifi bineensi alaa nyaata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Googii fi duultonni isaa akkasuma hiriyyoonni isaa ka lolaa worri isa woliin hiriiran maruu du'anii gaarran Israa'elii irratti kufan; reeffa isaanii akka allaatiin sami'iitii fi busaayaan lafa irra jiraatan nyaatan taasisa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Atii fi worri si woliin jiru marti, gosi biyya adda addaa gaarota Israa'elii irratti hin duutan. Ani allaattii gosa adda addaatii fi bineensa maraaf sagalee si hin godha.