Ezekiel 39:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini lafa Magogutifi lafa afaani baariini jirtu, ta nami isii nagayaani taule, ibida iti kaye duuba akanaani nami ch'ufti aka anini AABBO Waaqa beekha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Biyya Maagoogiitii fi hulee namoonni daangaa galaanaa hulee sodaa tokko malee irra jiraatan marattuu ibidda qabsiisa; hennaa san isaan maruu akka ani Rabbiin ta'e beekan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani biyya Maagoogiitii fi worra qarqara abbaaya'aa bidhaa malee le'u irratti ibidda hin erga; isaan akka ani Mootii Waan Maraa te'e hin beekan.