Ezekiel 39:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba anini gumi tiyya ta Israeli, aka maqaani kiyya qulqullo garsiisa ammalle nami deebie maqa kiyya qulqullo int'ureesu. Duuba akasiini gochi ch'ufti aka anini AABBO Waaqa, qulqullo Israeli, beeti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Maqaan kiyya woyyuun akka banii Israa'elii biratti beekkamu godha; ammaa achi akka maqaan kiyya arrabfamu hin dhiisu; achiin maayessa baniin maruu akka ani Rabbii woyyuu Israa'elii ta'e beekan» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maqaan kiyya woyyichi kolbaa tiyya Israa'el oddu'utti akka beekkamu hin godha; haganaa achi maqaan kiyya woyyichi akka battowu hin godhu. Gosi biyya adda addaa akka ani Mootii Waan Maraa woyyicha Israa'elii te'e hin beekan.