Ezekiel 39:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi guddaani waan jed'e, Guyyaani anini ind'ufa jed'e kaani d'ufu male inhanqatu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbiin maraa olii akkana jedha, «guyyaan dhufa'aara; dhugamaan hin raawwata jedhee dubbadhe sun kana.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kunoo, guyyaan ani: Kunoo, guyyaan wonni kun marti teetu hin dhufa; dhugumaan guyyaan hin dhufa jedhee dubbadhe dhufiisatti jira.