Ezekiel 4:1 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waaqi waan jed'e, Namicha, matofaara fuud'i, ufi dura kayi, akheekha dira Yerusalemu irati tatarari.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi akkana jedhe, «Ilma namaa! faara dhoqqee irraa hojjatame baxxicha fuudhii uf afoo kaayii fakii qachaa Yerusaalemii irratti kaasi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ilma namaa! Faara loobamaa tokko fuudhii ifi dura keyiitii, qachaa Yerusaalemii irratti qiriixi.