Ezekiel 4:10 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba sagale tana wonti atini guyya toko nyaachu malte waan aka moqa gudda shanii; tana male bori asi sagaleeni atini argatu d'ibiini injirtu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ati nyaata guyyaa guyya'aan giraama dhibba lamaa fi soddomaa gayu nyaatta; nyaata kana guyyaa itti aanuufillee qusata'aa hennaa murtaayeef nyaatta.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Sagaleen ati guyyuma guyya'aan nyaattu, gara giraama dhibba lama fi soddoma teetuu ti; isuma tana yennaa murtootte keessatti nyaadhu.