Ezekiel 4:13 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi waan jed'e, Akuma kana worri Israeli sagale sila nyaachu himmalini, gaafa boojiani lafa d'ibi geesani, nyaata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi, «Wonti kun hennaa ani banii Israa'elii biyya ormaa maraa keessa isaan bittinneessu nyaata battaaye ka seerri isaan dhoogge akka nyaatan mudhisa» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraalle, «Akkuma kana kolbaan Israa'elii addee ani isaan itti bittinneessu gosa biyya adda addaa oddu'utti sagalee ifii battii hin nyaatan» jedhe.