Ezekiel 4:14 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo anini waan jed'eeni, ee AABBO Waaqa gudda, akasi intau, anini takaa ufi int'ureesine, haguma d'alad'ele takaa fooni waan ufiini due yokhaani ka bineensi d'ibiini nyaate inyaanne. Anini taka sagale nami lagatu insooranne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani akkana jedhee deebiseef, «Rabbii maraa olii! kun sirimaa hin ta'in! ani waan battii sirima tuqee hin beeku; ani daa'immummaa kiyya irraa jalqabee waan battaaye yookaan foon horii bineensi ajjeessee hennaan nyaadhe hin jiru; nyaata nama jibbisiisullee nyaadhee hin beeku.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba anille, «Goottaa Mootii Waan Maraa, hoola! Ani ijjumaa battowee hin beeku. Ijoollummaa tiyyaan jalqabee waan ifiin du'e yookiin waan bineensi ijjeese ani ijjumaa nyaadhee hin beeku; foon battowe afaan kiyya seenee hin beeku» jedhe.