Ezekiel 4:15 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani AABBO Waaqi waan jed'e, Hayye dansa, yoosi fulla suni kosi loonitini qit'a d'abad'u.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi akkana naan jedhe, «Misha'a; eeganaa bikka udaan namaa kobootuu hori'ii guurii buddeenaan bilcheeffadhuu nyaadhu!»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Mootiin Waan Maraa, anaan, «Kunoo, addee faalowa namaa, dhoqqee loonii bobeeffattee, sagalee akka itti bilcheeffattu hin godha» jedhe.